Rift Valley University News!
The 19th Nations, Nationalities, and peoples’ day was colorfully celebrated at Rift Valley University, Gada Campus on Dec 3, 2024. Students, Campus Community and RVU Head Office members attended and made it colorful.
On the occasion, speeches that focused on ‘Unity in Diversity’ and the importance of accommodating diversity were made by Mr.Endale Mengistu, Gada Campus Dean and Dr. Abebe Gemechu, RVU Research, Community Service, and Partnership Vice President.
የሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ ዜና!
ህዳር 25ቀን 2017 ዓ/ም 19ኛው የብሔር ብሔረሰቦች እና ሕዝቦች በዓል በሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ ገዳ ካምፓስ ተማሪዎች የዩኒቨርሲቲው ማህበረሰብ እና የዋናው ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ ከፍተኛ አመራር አካላት በተገኙበት በደማቅ ሁኔታ ተከብሯል። በበዓሉ ላይ ብዘሃነትን የሚያወድሱ ንግግሮች ተደርገዋል።
Oduu Yuunivarsitii Riifti Vaalii!
Ayyaanni Sabaa Sablamoota fi Ummattootaa Itiyoophiyaa marsaa 19ffaan Yuunivarsitii Riifti Vaalii Kaampaasii Gadaatti Sadaasa 25, 2017 bakka barattootni, hojjetootni fi Oggantootni Olaanoon Yuunivarsiitichaa argamanitti sirna ho’aan kabajame oole.
Sirnicha irratti Faayidaa Sabdaneessummaan bifa maraa tokkummaa biyyattii keessatti qabu ilaalchisuun haasaan karaa Obbo Indaalee Mangistuu, Dinii Kaampaasii Gadaa fi Dr. Abbabee Gammachuu Preezidaantii Itti Aanaa Qorannoo, Tajaajila Ummataa fi Michoominaa Yuumivarsiitii Riiftii Vaalii taasifame jira.