Rift Valley University Gada Campus Culture and Language Club members have celebrated the 7th year of the Oromo Cultural Day anniversary at Rift Valley University Head Office in Tokuma Hall.

Rift Valley University Gada Campus Culture and Language Club members have celebrated the 7th year of the Oromo Cultural Day anniversary at Rift Valley University Head Office in Tokuma Hall.

Guests from RVU Head Office, Campuses, and invited individuals have attended and made the celebration activity colorful. Talented students drawn from different Oromia regions demonstrated cultural dance, drama, poems, and beauty pageants that inspired many.

The very idea of Oromo Student Culture Day was aimed at giving chance for the students to learn from each other and foster Oromo Culture and Language.

The attached pictures were taken while the event was celebrated by students and guests.

RVU-hub of Excellence!

Yuunivarsiitii Riifti Vaalii Kaampaasii Gadaa

Oromummaan miidhagummaa waan ta’eef gootonni keenya kaleessa osoo jireenya qananii jiraachuu danda’anii, Kan jireenya gadadoo keessa jiraataniif osoo dhala horachuu danda’anii Kan dhala itti dhabaniif, kan Dhiiga isaanii gibira kaffalaniif, kan lafeedhaa itti cabaniif, Afaan, Aadaan, Duudhaan, seenaa fi safuun keenya haalaan dagaagee addunyaa irratti Akka calaqqisuuf Gadaan keenya Akka kabajamuuf murannoo fi quuqama oromummaa waan qabaniif, maarree dhaloonni dhalootarraa seenaa dhaala waan ta’eef nus dhaloonni ammaa imaanaa gootonni keenya kalee nurra kaawwatanii wareegaman waan ofi irraa qabnuuf nus imaanaa isaan Galmaan gahuuf dhaloota of dagate of barsisuuf kan of beekus haalaan of yaadachiisuuf Gumiin Dagaagina Aadaa fi Afaan Oromoo barattoota Oromoo Yuunivarsiitii Riifti Vaalii Kaampaasii Gadaa wantoota armaan olitti caqafamaan dhugoomsuuf tokkummaan waal qabannee kaane.

Maarree Gumiin Dagaagina Aadaa fi Afaan Oromoo kun erga Yuunivarsiitii Riifti Vaalii Kaampaasii Gadaa keessatti hunda’ee Waggaa Torba lakkoofsisuun isaa ni beekama Waggaa Torbaan darban keessatti hojiilee gurguddoo ta’e hojjechaa turuun ni beekama. Hojiilee isaa kana irra dhaabbataan Hundeeffama Isaa waggaa Torbaffaa bifa ho’aadhaan nama Oromoo ta’e walitti qabuun hundeeffama isaa guyyaa 12/03/2017 ykn 21/11/2024 tti qophiilee bareedo fi mimmiidhagoo akka Diraamaa, Walaloo, Shubbisa Godinaalee Oromiyaa, Qof-dubbii, fiilmii miseensota gumichaatiin hojjetame, kennaa fi k.k f niin kabajama turee!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Hordoftoota Amantaa Kirstaanaa Hundaaf!

Yuunvarsiitiin Riifti Vaalii baga Ayyaana Cuuphaa kan bara 2017’n isin ga’e jechaa, ayyaannichi kan nagaa fi kan jaalalaa akka isiniif ta’u hawwa. Ayyaana Gaarii! Yuunvarsiitii-

Rift Valley University News!

Rift Valley University and Chinese based EJA Business & Investment Consultancy PLC have made consultative meetings and agreed to jointly offer Chinese Language Training for

እንኳን ለገና በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ ለመላው የክርሰትና እምነት ተከታዩች እንኳን ለ2017 ዓም የገና በዓል አደረሳችሁ እያለ በዓሉ የደሰታ የመተሳስብ እንዲሆንላችሁ መልካም ምኞቱን ይገልጻል ። መልካም በዓል! ሪፍት