Happy Easter!

Happy Easter!

Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii hordoftoota Amantaa Kiristaanaa hundaan baga Ayyaana Du’aa Ka’uu Gooftaa Keenya Yesus Kiristoosiin nagaan geessan jedha!

Ayyaanni kun kan itti jaalala fi tokkummaa keenya mul’ifnu nuuf haa ta’u jechuun hawwiisaa ibsa.

Ayyaana Gaarii!

YRV-Wiirtuu Ga’umsaa!

ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ ለመላው የሀገራችን የክርስትና ዕምነት ተከታዮች እንኳን ለጌታችን ለኢየሱስ ክርስቶስ የትንሳኤ በዓል በሰላም አደረሳችሁ እያለ መልካም ምኞቱን እየገለፀ በዓሉ ፍቅራችንና ህብረታችንን የምንገልጽበት ይሁንልን ይላል!

መልካም በዓል!
ሪቫዩ-የልህቀት ማዕከል!

Rift Valley University wishes a happy Easter Holidy to all Christianities. May the holiday bring us love and solidarity.

Happy Easter!
RVU-Hub of Excellence!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Hordoftoota Amantaa Kirstaanaa Hundaaf!

Yuunvarsiitiin Riifti Vaalii baga Ayyaana Cuuphaa kan bara 2017’n isin ga’e jechaa, ayyaannichi kan nagaa fi kan jaalalaa akka isiniif ta’u hawwa. Ayyaana Gaarii! Yuunvarsiitii-

Rift Valley University News!

Rift Valley University and Chinese based EJA Business & Investment Consultancy PLC have made consultative meetings and agreed to jointly offer Chinese Language Training for