Good News!

Good News!

The graduation ceremony of Addis Ababa and Shaggar Rift Valley University campuses will be held on Saturday, July 27, 2024 at Millennium Hall starting from 9 A. M (local time starting from 3 hours). Those of you who are not privileged to physically attend at this historical event can join us through the live streaming on Oromia Broadcasting Network Television ( OBN TV).

RVU-Hub of Excellence!

አስደሳች ዜና

በአዲስ አበባና ሸገር ከተሞች የሚገኙ የሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ ካምፓሶች ሐምሌ 20 ቀን 2016 ዓ/ም ተማሪዎችን በሚሊኒየም አዳራሽ በደማቅ ሁኔታ ያስመርቃሉ። በዚህ ታሪካዊ የምረቃ በዓል ላይ በአካል ለመሳተፍ ለማትችሉ የሪፍት ቫሊ ማህበረሰብ እና ደጋፊዎች ፕሮግራሙ በቀኑ ከጠዋቱ ሶስት ሰዓት ጀምሮ በኦሮሚያ ብሮድካስቲንግ ቴሌቪዥን (OBN TV) የሚተላለፍ ስለሆነ በያላችሁበት ሆናችሁ ፕሮግራሙን እንድትታደሙ ተጋብዛችኃል።

ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ የልህቀት ማዕከል ነው!!!!

Oduu Gammachiisaa!

Sirni eebbaa barattotaa Yuunivarsiitii Riifti Vaalii Sanbata Xiqqaa Gaafa Adooleessa 20/2016 Galma Bar-Kumeetti bifa ho’aan ganama sa’a 3:00 irraa eegalee ni gaggeeffama

Kanaaf firoottan keenya Qaamaan hirmaachuu hin dandeenye tamsaasa kallatti TV OBN irratti nu hordofaan affeerraa keenya

YRV, Wiirtuu Gahumsaa

Baga Gammaddan!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Happy Easter!

Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii hordoftoota Amantaa Kiristaanaa hundaan baga Ayyaana Du’aa Ka’uu Gooftaa Keenya Yesus Kiristoosiin nagaan geessan jedha! Ayyaanni kun kan itti jaalala fi tokkummaa

Hordoftoota Amantaa Kirstaanaa Hundaaf!

Yuunvarsiitiin Riifti Vaalii baga Ayyaana Cuuphaa kan bara 2017’n isin ga’e jechaa, ayyaannichi kan nagaa fi kan jaalalaa akka isiniif ta’u hawwa. Ayyaana Gaarii! Yuunvarsiitii-