እንኳን ለገና በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

እንኳን ለገና በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ ለመላው የክርሰትና እምነት ተከታዩች እንኳን ለ2017 ዓም የገና በዓል አደረሳችሁ እያለ በዓሉ የደሰታ የመተሳስብ እንዲሆንላችሁ መልካም ምኞቱን ይገልጻል ።

መልካም በዓል!

ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርስቲ የልህቀት ማዕከል ነው!

Hordoftoota Amantaa Kirstaanaa Hundaaf!

Ayyana Qillee fi Dhalachuu Gooftaa keenya Yesus Kirstoos kan bara 2017’n baga isin Ga’e jechaa Ayyanni kun kan gammachuu fi kan nageenyaa akka isiiniif ta’u hawwina.

Ayyaana Gaarii

Yuunivarsitii Riifti Vaalii Wiirtuu Ga’umsaa!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Happy Easter!

Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii hordoftoota Amantaa Kiristaanaa hundaan baga Ayyaana Du’aa Ka’uu Gooftaa Keenya Yesus Kiristoosiin nagaan geessan jedha! Ayyaanni kun kan itti jaalala fi tokkummaa

Hordoftoota Amantaa Kirstaanaa Hundaaf!

Yuunvarsiitiin Riifti Vaalii baga Ayyaana Cuuphaa kan bara 2017’n isin ga’e jechaa, ayyaannichi kan nagaa fi kan jaalalaa akka isiniif ta’u hawwa. Ayyaana Gaarii! Yuunvarsiitii-