Message of Condolence!

RVU Bishoftu Campus 4th year Accounting and Finance regular student Saron Daniel passed away. Following this tragic incident, RVU community and leadership want to extend heartfelt condolences to her family, friends, and colleagues.

May her soul rest in eternal Peace!

Ergaa Gaddaa!

YRV Mooraa Bishooftuu barattuu idilee Herregaa fi Faayinaansii waggaa 4ffaa Saaron Daani’eel addunyaa kanarraa boqote.

Taatee gaddisiisaa kana hordofuun hawaasni fi hoggansi YRV maatii, hiriyoota ishee fi waahillan isheef jajjabina onnee irraa madde dabarsuu barbaada.

Lubbuun ishee Nagaan haa boqottu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Happy Easter!

Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii hordoftoota Amantaa Kiristaanaa hundaan baga Ayyaana Du’aa Ka’uu Gooftaa Keenya Yesus Kiristoosiin nagaan geessan jedha! Ayyaanni kun kan itti jaalala fi tokkummaa

Hordoftoota Amantaa Kirstaanaa Hundaaf!

Yuunvarsiitiin Riifti Vaalii baga Ayyaana Cuuphaa kan bara 2017’n isin ga’e jechaa, ayyaannichi kan nagaa fi kan jaalalaa akka isiniif ta’u hawwa. Ayyaana Gaarii! Yuunvarsiitii-