እንኳን ለ2017ዓ/ም አደረሳችሁ!

ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ ለመላው የኢትዮጵያ ህዝቦች እንኳን ለአዲሱ አመት በሰላም አደረሳችሁ እያለ አዲሱ አመት የፍቅር፣የመቻቻል እና የአብሮነት ዘመን እንዲሆንላች ምኞቱን ይገልጻል።

ዩኒቨርሲቲያችን አዲሱን ዓመት ምክንያት በማድረግ ኑ አብረን በጋራ ጥራት ያለው ትምህርት እንቋደስ ይላል!

ሪፍትቫሊ ዩኒቨርሲቲ የልህቀት ማዕከል!

Baga Bara Haaraa Geessan!

Yuunivarsiitiin Rifti Vaalii Dhaabbata Barnoota Olanoo dhuunfaa Keessaa isa jalqabaa fi filatamaa yeroo ta’u, dameewwansaa hundaa keessattii toora kenniinsa idilee fi fagoon barattoota sadarkaa BLTO, Digirii Jalqabaa fi Digirii Lammataan barsiisuuf galmee gaggeessaa Jira.

Lammiilee biyya keenyaa fi lammileen biyya ambaa biyya keenya jiraattan gara Yuunivarsiitii maqa-qabessa kanaa kottaa waliin beekumsa haa dagaagsinuu isiniin jenna.

YRV -Wiirtuu Ga’umsaa!

Happy Ethiopian New Year!

Rift Valley University (RVU) is the largest pioneer University in Ethiopia. RVU offers education at different levels and in all modalities. Our University trains students in Technical and Vocational Education (TVET), Degree and Postgraduate programs.

Following the dawning of Ethiopian New Year, RVU invites Ethiopian and foreigners residing in Ethiopia to join our prestigious University and advance your professional career in the field of your choice.

Let us join hands and push the boundaries of knowledge in unison!

RVU-Hub of Excellence!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Happy Easter!

Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii hordoftoota Amantaa Kiristaanaa hundaan baga Ayyaana Du’aa Ka’uu Gooftaa Keenya Yesus Kiristoosiin nagaan geessan jedha! Ayyaanni kun kan itti jaalala fi tokkummaa

Hordoftoota Amantaa Kirstaanaa Hundaaf!

Yuunvarsiitiin Riifti Vaalii baga Ayyaana Cuuphaa kan bara 2017’n isin ga’e jechaa, ayyaannichi kan nagaa fi kan jaalalaa akka isiniif ta’u hawwa. Ayyaana Gaarii! Yuunvarsiitii-