Rift Valley University News! Rift Valley University (RVU) 2024 thrid-round graduation ceremonies

Rift Valley University News! Rift Valley University (RVU) 2024 thrid-round graduation ceremonies

Rift Valley University News!

Rift Valley University (RVU) 2024 thrid-round graduation ceremonies took place in different parts of the country from August 10-11, 2024, in the presence of RVU Managing Council members, Directors, and dignitaries from the respective Regional states.

Accordingly, Walita Sodo, Hossana, Dembi Dollo, and Nagelle Borana campuses conducted colorful graduation ceremonies in these manners. The attached pictures were taken while the graduation ceremonies were underway. The fourth round of graduation ceremonies will continue on the remaining campuses at the end of the weekend.

RVU-Hub of Excellence!

የሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ የ2016 ዓ ም ሁለተኛው ዙር የምረቃ በኘሮግራም የሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ የማኔጅመንት አካላትና ዳይሬክተሮች ፣ የየክልሉ የመንግስት አካላት ተወካዮች በተገኙበት ነሐሴ 4-5, 2016 ዓም እሰከ 27,2016 ዓ/ም በደማቅ ሁኔታ ተከናውኗል ።

የምረቃው ኘሮግራሙ ወላይታ ሶዶ ፣ ሆሳዕና ፣ ዳንብዶሎ እና ነገሌ ቦረና ሲሆን አራተኛው የምረቃ ኘሮግም በሚቀጥለው ሳምንት መጨረሻ ይከናወናል ።

Oduu Yuunivarsiitii Riifti Vaalii!

Yuunivarsiitii Riifti Vaalii (YRV) Bara 2016 sirni eebbaa marsaa lammaffaa kutaalee biyyattii adda addaa keessatti Hagayyaa 4-5, 2016 irraa eegalee, bakka miseensonni Manaajimantii Yuunivarsiitii Riifti Vaalii, Daayrektaroonni fi kabajamtoonni kutaalee naannoo isaanii bakka bu’an irraatti argamanitti raawwatameera.

Haaluma kanaan kaampaasiwwaan Walitaa Sodoo, Hossanaa, Dambii Dolloo fi Nagelee Boranna sirna eebbaa haala miidhagaa ta’een gaggeessaniiru. Sirni eebbaa marsaa Arfaffaa dhuma torbee kanaa irratti kaampaasiwwaan hafan keessatti itti fufa.

Suuraaleen asii gaditti maxxanfamanii jiran sirni eebbaa kun osoo adeemsifamaa jiruu kan kaafamaniidha.

Yuunivarsiitii Riifti Vaalii – Wiirtuu Ga’uumsaa!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Hordoftoota Amantaa Kirstaanaa Hundaaf!

Yuunvarsiitiin Riifti Vaalii baga Ayyaana Cuuphaa kan bara 2017’n isin ga’e jechaa, ayyaannichi kan nagaa fi kan jaalalaa akka isiniif ta’u hawwa. Ayyaana Gaarii! Yuunvarsiitii-

Rift Valley University News!

Rift Valley University and Chinese based EJA Business & Investment Consultancy PLC have made consultative meetings and agreed to jointly offer Chinese Language Training for

እንኳን ለገና በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ ለመላው የክርሰትና እምነት ተከታዩች እንኳን ለ2017 ዓም የገና በዓል አደረሳችሁ እያለ በዓሉ የደሰታ የመተሳስብ እንዲሆንላችሁ መልካም ምኞቱን ይገልጻል ። መልካም በዓል! ሪፍት