RVU Senate has commenced its first meeting at its Head Quarter.

Rift Valley University Senate Meeting of 2013 E. C academic year has started on oct.  21, 2020 at its Head Quarter located at Gotera, next to Nation and nationalities Square.

Agenda items of the meeting are:

1 Performance activity report;

2 Delibertie on 2013 plan;

  1. Discussion on revised Legislation, related working document and five-year strategic plan; and

4 Resumption of 2013 teaching learning activity.

Dr Sanbato Busha, Vice president for Research, community service and Technology Transfer introduced the program and invited Dr. Abebe Gemechu, Rift valley University President to make an opening speech.

Dr Abebe on his part congratulated senators for the working hard during COVID-19 pandemic and informed them to move from crisis management to strategic management practice. He also urged all to adhere to that principle. Senators are expected to deliberate on all agenda items and pass resolutions.

The member of senators include president, vice presidents, Directors, Campus Dean, Student Representative and other stakeholders.

The meeting will continue until Thursday afternoon.

 

ሪፍት በቫሊ ዩኒቨርሲቲ የ2013 ዓም የመጀመሪያ የሴኔት ሰብሰባ  በማካሄድ  ላይ ይገኛል ።

የዩኒቨርሰቲው ሴኔተሮች ሰብሰባ ከጥቅምት 11ቀን 2013 ዓም ጀምሮ እሰከ ጥቅምት 12 ቀን 2013 ዓም ጎተራ ከብሔር ብሔረሰቦች መሰለጫ አካበቢ በሚገኘው የተቋሙ ዋና መ/ቤት በቶኩማ አዳራሸ እየተካሄደ ነው ።

የዕለቱ መወያያ አጀንዳዎች ፤

1.የ2012 ዓም የሥራ ዕቅድ አፈጻጸም ሪፖርት ማዳመጥ ፣

2.የ2013 ዓም የሥራ ዕቅድ ላይ መወያየትና ማፅደቅ ፣

3.የአምሰት አመት ዕቅድ የተሻሻለ ሌጅሰሌሸን እና ሌሎቻችንን የሥራ ሰነዶች ላይ ተወያይቶ ማጽደቅ፣

4.የ2013 ዓም  የትምህርት አጀማመ በመወያየት አቅጣጫ ማሰቀመጥ ሲሆን ይኸንኑ ሰብሰባ ዶ/ር ሰንባቶ ቡሻ ዩኒቨርሲቲው የጥናትና ምርምር፣ የማህበረሰብ አገልግሎትና የቴክኖሎጂ ሸግግር ም/ኘሬዝዳንት ኘሮግራሙን ከሰተዋወቁ በኃላ ዶ/ር  አበበ ገመቹ ዩኒቨርስቲው ኘሬዝዳንት ሆነው መሾማቸውን ገልጸው  ዶ/ር አበበ የመክፈቻ ንግግር እንዲያደርጉ ጋብዘዋል ።

ዶ/ር አበበ በበኩላቸው ሴኔተሮቹን የኮቪድ 19 ወረረሸኝን ተቋቁማችሁ   በመጣችሁ እንኳን ደሰ አላችሁ ካሉ በኃላ ከዚህ በፈት በወረርሸኙ ምክንያት ተቋርጦ የነበረው  መደበኛ የመማር ማሰተማሩ በአዲሰ መልክ ለማሰቀጠል በሚደረገው ጥረት ውሰጥ ሁሉም መረባረብ እንዳለበት አሳስበዋል ።በመቀጠልም ከእሳት ማጥፋት አካሄድ በመላቀቅ በዕቅድና በተረጋጋ ሁኔታ መሸጋገር አሰፈላጊ መሆኑን ጠቅሰው ሁሉም በንቃት ለሰብሰባው ሰኬት የበኩል እንድወጣ በማለት በአጽዕኖት ተናገረዋል።

የዩዩኒቨርሲቲው ሴኔት አባላት የዩየኒቨርሲቲ ኘሬዝዳንት ፣ም/ኘሬዘዳንቶች ፣ዳይሬተሮች ፣የካምፓስ ዲኖች  ፣ የተማሪ ተወካይ እና የባለድርሻ አካላትን ይጨምራል ።

ሰብሰበው በቀረበው አጀንደው መሠረት ውይይቶችን በማድረግ የቀረቡትን ዕቅዶችንና  ሰነዶች ያጸድቃል ተብሎ ይጠበቃል ።

 

RIIFTI VAALII YUUNIVARSIITIN WALGAYII JALQABA SEENEETII BARA 2013 GAGGEESSAA JIRA.

Iddoon walgayii Gootaraa Naannoo Qaxxamura karaa Sabaaf Sablammoota yoo ta’u,  Walgayiin Seenaatarootaa kunis fulbaana 11/2013 – 12/2013 tti kan turu yoo ta’u mariin ajandaaleetis:

1, Gabaasaa Raawwii bara 2012

2, Marii Karoora bara 2013 fi Murtee.

3, Dokmantoota haaromsan, Karoora

Waggaa 5, leejisleeshinii fi kkfkn  irratti  mariif murtee dabarsuu.

4, Marii walii gala Jalqabbii Adeemsa baruuf barsiisuu bara 2013 yoo ta’u Mariin kunis Doktar Sanbato Itti Aanaa Pirezedaantiifi itti gaafatamaa Qorannoofi Teknooloojiitiin Ajaandaalen qabiyyee marii erga hirmaattotaaf ibsamee booda,  Dubbiin baniinsaa Pirezidaantii Yuunivarsiitii kan ta’an Doktar Abbabaa Gammechuutiin jalqabameera.  Dubbii isaanii keessatti adeemsa baruuf barsiisuu  Sababa rakkoo addunyaawaa COVID- 19tiin adda citee ture akkaatuma kallattii mootummaan kaayyen of eeggannoo cimaadhan itti fufsiisun akka danda’amuufi kana godhuufis Diinonni(Dean) kampaasii hundaatuu akkaatuma karoora isaanitiin cimanii hojjechuu akka qaban beeksisanii jiru. Itti aansudhaanis Itti aanan Pirezidaantii dhimma barumsaa obbo Gaaddisaa Baqqalaa waliigala qophiifi Karoora qophaaye ilaalchisee hirmaattotaaf ibsanii jiru. Mariin kan itti fufu ta’uu isaa isiniif ibsaa walii gala marichaa kan isiniif ibsinu ta’uu isaa kabajaan isin beeksisna.

 

1 COMMENT

  1. digrii lammaffa damee IT or software engineer calqabu barbaachisa . sabaabni isa fulduratti dorgomma ta’u qabdu.
    barumsai digrii ,lammaffa kanfaaltiin ji’a meeqa yoomi calqaba campus kammitti kennama post godha namoon ni barbaadu

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here