RVU UPDATE
To: All RIft Valley University Students
Subj.: Notifying Tution Fee Discount
Dear all students of our univetsity, it is with great honor and sense of concern that RVU Management has decided to make 25% tuition fee discount for the coming months of May and June , 2020. The following months fee issue will also be notified based on the ground facts of the country’s situation regarding coronavirus pandemic.
Stay safe and keep connected with your respective campuses online.RVU
የሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ ትኩስ መረጃ ለሁሉም ተማሪዎቻችን
ጉዳዩ: የትምህርት ክፍያ ማድረጋችንን ስለማሳወቅ
የዩኒቨርስቲው ከፍተኛ አመራር ከኮረና ቫይረስ መከሰት ጋር ተያይዞ መደበኛ የማስተማር ሂደት የተቋረጠ ቢሆንም የተለያዩ ቴክኖሎጂዎችን በመጠቀም በኦንላይን እየተሰጠ ያለው ት/ት ተጠናክሮ የቀጠለ መሆኑን እያስታወስን የት/ት ክፍያን አስመልክቶ የመጪውን ሁለት ወራት ማለትም የግንቦት እና የሰኔን 25% ቅናሸ ያደረገ መሆኑን በደስታ ይገለጻል።
የቀጣይ ወራት ክፍያ እንደ ሀገራችን ተጨባጭ ሁኔታ የምናሳውቅ መሆኑን ከወዲሁ እንጠቁማለን።
ሰላም እና ጤናማ ህይወት እንመኛለን። ሪቫዩ
Barattoota Yunivarsiitii Riifti Vaalii Maraaf
Dhaamsa Yeroo
Dhimmi: Kaffaltii Barnootaa Hir’isuu
Qaamni Bulchiinsa Olaanaa Yunivarsiitii keenyaa haala golfaa Koronaavaayireesiin wal-qabatee adeemsi baruu fi barsiisuu daree keessaa addaan cituu irraa kan ka’e carraaqqii cimaa taasisuun toora onlaayiniin fayyadamuun sirna barnootaa adeemsisaa jiraachuun ni beekama.
Karaa biraa ammoo, kaffaltiin ji’aa ji’a lamaan dhaniif jechuun Caamsaa fi Waxabajjii 25% akka hir’atu murteessuusaa gammachuun beeksisa. Ji’oota itti fufan ilaalchisee haala qabatamaa biyyattii irratti hundaa’uun kan isin beeksisaa adeemnu ta’uu keenya gamanumaan isin yaadachiifna.
Nagaa fi fayyaa isiniif hawwina! YRV.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here